LibreOffice 7.4 Help
Barreeffama tokko, qubannoo qaree ammaa isa HTML tokko yk galmee barruu keessaatti, saaga.
An inserted script is indicated by a small green rectangle. If you do not see the rectangle, choose LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Writer/Web - View, and select the Comments check box. To edit a script, double-click the green rectangle.
Yoo galmeen kee barreeffama tokkoo ol qaba tahe, qaaqnii Barreeffama Gulaali, barreeffamaa gara barreeffamaatti utaaluuf, qabduu duraa fi qabduu ittaanaa of keessaa qabaata.
Akaakuu barreeffamaa isa saaguudhaaf barbaaddu galchi. barreeffamichi madda lakkaddaa HTML keessatti iyyaatoo
Faayila akka geessituutti saaguu barbaaddu sana agarssissuun booda Saagicuqaasi.
Lakkaddaa Barreeffamaa isa saaguudhaaf barbaaddu galchi.